Features Arkaana iimaanaa (Utubaalee)
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna.
Garuu ma’anaa (hiika) isaa ni beeknaa?
Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa?
Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda’aa?
Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi’aawa jiraata.
Sababni isaas, namni mi’aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa.
Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) balinaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra.
Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.
Automotive
Manage and monitor your vehicle with smart features.
See the Arkaana iimaanaa (Utubaalee) in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above